Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo 4.0 [免費版]

軟體介紹

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo’oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi
jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu.
Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.
Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa

歷史版本

Free Download 二維碼下載
  • 軟體名稱: Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
  • 軟體分類: 圖書與參考資源
  • APK名稱: com.shegersoft.kuusaa_walaloo
  • 最新版本: 4.0
  • 支持ROM: 4.4及更高版本
  • 軟體大小 : 19.67 MB
  • 更新日期: 2023-05-17